Assalaam alaykum worahmatullahi wobarajaatuhu jirra jirtuu alaamanaan sa.aa namaan maatii waatiin akkam nagumaa?
Nageenyatti aansuun arra wanti nuti isiniif qabannee dhihaanne APP gaalaarii keessaniif fii -fayilii
akkasuma wantoota dublicate yookaan dachaa ta ‘anii
mobaayila keessan keessa jiran akkasuma vaayirasii silkii keessan miidhu kan ofii isaaf adda baasee gubuudha.
Maarree akkuma beekamu waa’ee app kanaa barreeffamaan waan isiniif ibsinuuf suuta yoo dubbiftan gabaabumatti faayidaa isaa adda baafattu.
FAAYIDAAN APP KANAA MAALI?
AKkuma armaan olitti isiniif ibsuuf yaalle hojiin app kanaa inni guddaan mobaayila keessan qulqulleessudha . fakkeenyaaf mobaayila keessan osoo vidio -suuraa -fii audio -hedduu hin qabaati guute
kan isiniin jedhee app fii waan isin feetan gad isiniif buusuu dide waan vaayirasii ta’ee fii lama lama ta’e gubuun jawaala keessan bakka isiniif baldhisa.
Akkuma beekamu mubaayila keessanirra yooxiqqaate gibeishaniifii sanaa ol waan vayisasii fii dachaa dachaatiin kan bakki guuteedha .kanaaf furmaanni mobaayila keessanii app kana buufachuudha.
AKKATAA ITTI FAYYADAMA APP KANAA
APP kana jalqaba liinkii nuti asirra isiniif keenye seenun erga buufattanii booda accounti yookaan paswardi tokkollee isin himbarbaachisu.
akkuma banattaniin faayilii keessan bakka bakka isaa fii maqaa mana muziiqaa keessanii kan isin barree
ffataniifii kan uumamaan mobayilli qabu addaan baasee isiniif fidaa.
Sanabooda yoofeetan scan waan jedhu cuqaaftu. achibooda ofii isaatiif addaan baasee bakka sanduuqaatti raayitii itti godhee isiniif fida. sanabooda ofii keessaniifis yoofeetan irra deemuun ilaaltu achi booda delete gootu sanabooda mubaayilli keessan guutummaan guutuutti qulqullaaha.
FAAYIDAA DABALATAA APP KAANA
Faayidaan dabalataa appiin kun qabu baatirii kee parsantii ilaaluu fii ifaa fuula mobaayila keetii dabaluufi hir.isuu nidandeessa .itti aansuun temprechera
yookaan parsantii owwi naannoo keettii irra jirufii halkaniif guuyyaa adda baasuun sii hima.
Kan biraa ammoo wannoota mobaayila keerra miidhaa geessisan kan akka sithing hamaa akka ati sirreessitu si ajaja. yoo kan rakkoo argu ta.e bifa notifaction yookan beeksisa mataa gubbaatiin sagalee woliin sibeeksisa.
Kanarraa kan hafe ofii keessaniif irra deemuun ka nuti yeroof isiniif barreessine caalaa arguudandeessu.
kanaaf isinis erga fayyadamtanii hir yoottan keessaniif qooduu hindagatinaa keessaafuu namoonni jawaala gibi xixiqqaa qabdan isin fayyada.
APP kun dirqama mobaayila keessaniirraa dhabamuu
hinqabu sababiin isaas doktoora mobaayilaati mobaayillikee akka adagaan irra hingeenye ittisa waan taheef. Lts
App As Tuqaa Buufadha QLF