Make money

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan

YouTube banachuudhaaf waantotni nu barbaachisan ijoo ta’an inni guddaan E-mail dha. Namootni hedduun Bilbila gaarii of harkaa qabu garuu email waan hin qabneef bilbila isaanii irratti kaneen akka Email, Google Play, Youtube Subscribe gochuudhaaf hin beeknu hin fayyadamnu. Waanti guddan nuti beekuu qabnu garuu E-mail dha.  Google Account jechuun email jechuudha kana beekuu qabna. Osoo …

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan Read More »

Walitti Bu’iinsa Amantaa Naannoo Amaaraa

Hordoftoonni Amantaa Musliimaa Magaalaa Finfinnee fi kaani hiriira bahuun Faannoo Balaaleffatan. Kibxata darbe Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti walitti bu’iinsa gama amantaan uumameen Lubbuun namaa darbuun himameera. Mootummaan Naannichaa ibsa baaseen miidhaa qaqqabeefi lubbuu namaa darbeef gaddi guddaan akka itti dhagaahame ibseera. Kanuma Hordofee guyyaa Roobii Magaalaa Finfinnee keessatti Namootni Masjiida Annuwaartti hiriira bahuun gochaa guyyaa …

Walitti Bu’iinsa Amantaa Naannoo Amaaraa Read More »

Jechoota Oromoo Sadi Sadiin Jedhamu

Aanaa sadii hedhadhaa! Aanaa goota Aanaa arjaa Aanaa hayyuu Aanaa sadii hin hedatinaa! Aanaa dondha Aanaa lunna Aanaa makkala Aannan sadii hedadha! Aannan loonii Aannan hoolaa Aannan gaalaa Aannan sadii hin hedatinaa Aannan fardaa Aannan harree Aannan saree Sadiin waa sadiin badan Sadi du’aan baddi Goonni du’aan bada Dureessi du’aan bada Hayyichi du’aan bada Sadi …

Jechoota Oromoo Sadi Sadiin Jedhamu Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!