GOLA OROMIYAA

App Camera Dhaksaattiin waan Barbaadan waraabuu Dandeessaniin

Waraabbii Viidiyoo Duubbee Ammayyaa & Sadarkaa Ol’aanaa XSCamera appii baayyee sadarkaa olaanaa fi guutummaatti bilisa ta’ee fi viidiyoo duubatti osoo hin ilaalamin waraabuuf gargaaru yoo ta’u, waraabduu viidiyoo duubaa kanaan yeroo iskiriiniin cufame (off) ta’ellee viidiyoo waraabuu dandeessu. Appii waraabbii viidiyoo duubaa fayyadamuuf salphaa ta’eedha, kanaaf waraabbii kaameraa dhokataa cuqaasuu tokkoon jalqabuu dandeessu akkasumas qindeessootni …

App Camera Dhaksaattiin waan Barbaadan waraabuu Dandeessaniin Read More »

Ecommerce jechuun maali?

Daldalli elektirooniksii daldala elektirooniksii ykn daldala interneetii jedhamuunis kan beekamu yoo ta’u, meeshaalee ykn tajaajiloota interneetii fayyadamuun bitachuu fi gurguruu, akkasumas maallaqaa fi daataa dabarsuudhaan daldala kana raawwachuu agarsiisa. Daldalli elektirooniksii yeroo baayyee gurgurtaa oomishaalee qaamaan mul’atan toora interneetii irratti raawwatamu agarsiisuuf kan gargaaru yoo ta’u, garuu gosa daldalaa kamiyyuu karaa interneetii haala mijeessu ibsuu …

Ecommerce jechuun maali? Read More »

Sagalee bilbila keessanii guddisuuf App haaraa

App speaker booster kanaan sagalee speaker fi headphone fi sagalee muuziqaa bilbila harkaa keessanii guddisuu dandeessu. Innis sagalee guddiftuu salphaa fi muuziqaa taphattuu guddisu yoo ta’u bilbila keessan sagalee guddaa akka qabaatu kan godhudha. Akkasumas yeroo bilbila sagalee sadarkaa sagalee guddisuuf itti fayyadamuu dandeessu, kanaaf akka gaariitti dhaga’uu dandeessu. About the App Boost volume for …

Sagalee bilbila keessanii guddisuuf App haaraa Read More »

Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa

APP KUN ADDUNYAA IRRATTI BEEKAMAADHA Appilikeeshiniin ios 15 kun nama halluu haaraa bilbila isaatti fiduu barbaadu hundaaf waan baay’ee fi amaloota hedduu qaba. Appilikeeshiniin kun application bilisaa dha; fayyadamtoonni maallaqa tokko malee bilisaan buufachuu fi itti fayyadamuuf mirga qabu. Sababa faayidaa bilisaa kanaan addunyaa guutuutti trendy kan ta’ee fi namoota hedduudhaan kan yaalamu yoo ta’u, …

Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa Read More »

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda

suaraa bareechu ykn edit gochuuf youtube dhaf thumbnail hojechuuf akkasumas brand adda addaaf dizayini qopheessuuf app barbachisaadha appin PhotiRoom jedhamu kun kanaaf bufadhati itti fayyadamaan jedha Automatically erase and cut background & create amazing professional images. PhotoRoom is the all-in-one app that edits, designs and optimizes great visual content that helps you run your business …

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda Read More »

Bilbila nama fageenya irratti link erguun karaa hordofuu dandeessu

Appiin kun mobaayila barbaadan kamiyyuu fageenyaan hordofuu isin dandeessisa link qofa erguun silkii hedduu al takkatti to’achuuf isiin gargaraa yeroo kamittuu qaxxitaa live waan namni isin hordofuu feetan suun dalagu ilaalu ni dandeessu. APPin free dha akka appiwwaan kan biro qarshii isin hin gafatu playstore irrati argama namoota miliyoona 1 oltu itti fayyadamaa jira. maqaan …

Bilbila nama fageenya irratti link erguun karaa hordofuu dandeessu Read More »

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa

Heteelli kun biyya Ameerikaa keessatti kan argamu gara Hoteela kanaa namni deemu kamiyyuu yeroo bakka argama isaa ga’u iji isaa nii hidhama. Erga hidhamanii booda kutaa dukkanaa geessanii akka waan barbadaan fayyadaman dirqisiifamu. Hojjetoota hoteelicha keessaa hojjetaniif akka keessummeessaniif jecha ifti xiqqoon tokko isaaniif nii kennama. Bilbila qabdu bantee fayyadamuun dhorkaadha akkasuma nyaata fedhakeetii kan …

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa Read More »

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan

YouTube banachuudhaaf waantotni nu barbaachisan ijoo ta’an inni guddaan E-mail dha. Namootni hedduun Bilbila gaarii of harkaa qabu garuu email waan hin qabneef bilbila isaanii irratti kaneen akka Email, Google Play, Youtube Subscribe gochuudhaaf hin beeknu hin fayyadamnu. Waanti guddan nuti beekuu qabnu garuu E-mail dha.  Google Account jechuun email jechuudha kana beekuu qabna. Osoo …

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan Read More »

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN

Softweerota jaallatamoo fi olaanaa ta’an kanneen waajjiraalee gurguddaa fi dhaabbata daldalaa barbaachisoo ta’an kan muraasaa haa ilaallu. Soofitweerota baayee jaallatamoo ta’an keessaa: Mosaajiin kun hojjetoota waajjiraatiif yeroo hoogganuuf (time management), akkasuma gabaasaa kan too’atu hojjetootni waajjira kamiillee kan jaallachuu danda’aniidha. Tsheet baayee kan barbaachiseef waajjirri tokko hojjetoota hedduu qaba yoo ta’e sa’atii isaan ba’anii galaniif …

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!