Health-Fayyaa

Faayida guddaa Dammii Ethiopia Qabuufi mi’aa addaa inni qabu

Damma Itoophiyaa mi’aa addaa fi oomisha qulqullina olaanaa qabuun beekama.  Itoophiyaan seenaa horsiisa beeyladaa dheeraa kan qabdu yoo ta’u, damma qoricha aadaa fi nyaata aadaa biyyattii keessatti jaarraa hedduuf qaama barbaachisaa ta’ee ture.  Waa’ee damma Itoophiyaa wantoota ijoo beekuu qabnu kunooti1Adda daraaraa: Lafti Itoophiyaa garaa garaa biqiltoota adda addaa badhaadhaa ta’an kan dhiyeessu yoo ta’u, …

Faayida guddaa Dammii Ethiopia Qabuufi mi’aa addaa inni qabu Read More »

Waa’ee buna itoophiyaa gadi fageenyaan hubachuuf qabxiileen ijoo tokko tokko kunooti

Bunni Itoophiyaa qulqullina olaanaa fi mi’aa adda ta’een addunyaa guutuutti beekamaadha 1ffaa Ka’umsaa fi Seenaa: Itoophiyaan akka bakka dhaloota bunaatti bal’inaan fudhatamti.  Akka sheekkootti, tiksee re’ee Kaldi jedhamu buna kan argate erga re’oonni isaa firii bunaa nyaatanii humna akka argatan erga hubatee booda ture.  Argannoon kun Itiyoophiyaa keessatti buna akka misoomuu fi bal’inaan akka fayyadamu …

Waa’ee buna itoophiyaa gadi fageenyaan hubachuuf qabxiileen ijoo tokko tokko kunooti Read More »

Dhala dhabuu (Infertility) – Dr. Gurmeessaa

Dhala dhabuu jedhuun dhiira qofaaf yookiin dubartii qofaaf osoo hin taane waanuma lamaan isaaniiti. Namni tokko dhala dhabe kan kan jedhamu yoo haati manaaf abban osoo mala ittisa da’uumsaa tokko malee osoo torbetti si’a sadii woggaa tokkoof (ji’a 12’f) walqunnamtii saalaa raawwatan ilmoo dhabaniidha. Addunyaa kan irratti nama muraasa mitii kan rakkoon kun mudatu. Namootni …

Dhala dhabuu (Infertility) – Dr. Gurmeessaa Read More »

Oromoo Arsii

Oromoon Arsii Gurmuu Ummataatiini Fi Bal-Dhina Qubsuma Lafaatiin Oroomoota Biroo Irra Kan Caalu Yoo Ta’u Sikkoo Fi Mando Jedhamee Bakka Lamatti Qooama.Oromoon Arsii Oromoo Biraatiin Adda Ta;uu Baatullee Sirna Fuudhaa Fi Heerumaa.Sirba.Weedduu.Ilaalii.Faaruu Hamoomotaa.Geegayoo,Dhawata.Ayyiikkoo Fi Kkfn Adda Addummaa Ni Qabu.Jechi Arsii, Arsooma. Arsichaa Fi Arsummaa(Arsiihood)Jedhamu Hundi Nama Dhaloota Gosa Arsii Qabu Kan Ibsu Yoo Ta’u Arsooomni …

Oromoo Arsii Read More »

BALAQQAMA/HAQQEE YEROO IMALAA – Motion Sickness

Balaqqamni/haqqeen yeroo imalaa deemsa konkolataan, baaburaan, xiyyaraan, doonii fi kkf goonu hunda irratti mul’achu kan danda’u ta’ee imala san xumurre yeroo xiqqoon booda kan dhaabbatudha. Nama lollojessun ykn haqqisiisuun mallato isaa ijoo haa ta’an malee isaanin dura mallatoleen biroo (fkn dafqa qabannaha, akka waan garaan nu guutame nutti dhagahamun, lafti namaan maruun, dadhabbin, bowwoon) namatti …

BALAQQAMA/HAQQEE YEROO IMALAA – Motion Sickness Read More »

Faayidaalee Timaatimii, Cuunfaa Loomii fi Abukaadoo

TIMAATIMIITimaatimiin maqaa saayinsii ”Solanum lycopersicum” jedhamuun kan beekamu yoo ta’u, kompawundootafi albuudota fayyaa qaama namaatiif barbaachisoo ta’an hedduu of keessa qaba.Bu’aaleen qorannoo woggaa hedduuf timaatimii irratti godhaman akka mul’isanitti:Koompawundoota Lycopene, Beta-Carotene, fi Chlorogenic acid jedhaman kan keemikaalota tokko tokko (free radicals) seelii keenya miidhan akka miidhaa san hin fidne dhorkan (anti-oxidant) kanniin of keessaa qaba.Fiber …

Faayidaalee Timaatimii, Cuunfaa Loomii fi Abukaadoo Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!