History-Seenaa

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa

Heteelli kun biyya Ameerikaa keessatti kan argamu gara Hoteela kanaa namni deemu kamiyyuu yeroo bakka argama isaa ga’u iji isaa nii hidhama. Erga hidhamanii booda kutaa dukkanaa geessanii akka waan barbadaan fayyadaman dirqisiifamu. Hojjetoota hoteelicha keessaa hojjetaniif akka keessummeessaniif jecha ifti xiqqoon tokko isaaniif nii kennama. Bilbila qabdu bantee fayyadamuun dhorkaadha akkasuma nyaata fedhakeetii kan …

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa Read More »

Hundee Ummata Oromoo

Ummanni Oromoo Ummata Baha Afrikaa keessa jiraatu yoo ta’u, ummatoota Afrikaa keessaa baayi’inaan sadarkaa 3ffaa irratti akka argamu barreessitoonni seenaa ibsanii jiru. Akka Pirofeesar Hasan Makkiin dubbatanitti; Ummata Afrikaa keessaa kan baay’inaan Oromoo caalu ummata Foolanii fi Howsaa qofa. Hundeen ummata Oromoo eessa jechuu irratti barreessitoonni seenaa yaada gara garaa dhiheessanii jiru. Gariin isaanii ummanni …

Hundee Ummata Oromoo Read More »

Garasuu Dhukii ( Abbaa Booraa )

Yaaliin koloneeffattoonni biyyoota Afrikaa gabroomfachuuf taasisan biyyoota muraasa keessatti hinmilkoofne. Biyyoota yaaliin kun keessatti maseene keessaa tokko Itoophiyaadha. Koloniin qabachuuf carraaqqiin Xaaliyaaniin taasiste keessaatti gootonni Itoophiyaa hedduutu wareegaman ; kaan ammoo nibooji’aman; gariin biyyaa bahaan; kaanis ‘Harka hin- kenninu,’ jechuun hanga dhumaatti falmuun biyyaa isaanii bilisa baasan. Warra osoo diinaaf hinjilbeemfatin hanga dhumaatti falman keessaa …

Garasuu Dhukii ( Abbaa Booraa ) Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!