Technology

App Uffata Suuraa ittiin kaatan Uffata Barbaanitti isinif jijiruu

Baga gammadan App Uffata Suura ittiin kaatan uffata Barbaadanitt isinif jijiruu dandahuu Nagaan isiniif haa ta’u, video ykn video apps dhoksuun baay’ee barbaachisaadha, sirnaan cufuu qabna, kanaafi app kana isiniif fidne Akkuma beektan Apna photo video hider baay’eedha, garuu amanamaa ta’uu dhiisuu danda’u, appii hunda caalaa amanamaa ta’e isiniif fidneerra APPN KUNI FAAYIDAA HEDDUUDHA QABA …

App Uffata Suuraa ittiin kaatan Uffata Barbaanitti isinif jijiruu Read More »

Ecommerce jechuun maali?

Daldalli elektirooniksii daldala elektirooniksii ykn daldala interneetii jedhamuunis kan beekamu yoo ta’u, meeshaalee ykn tajaajiloota interneetii fayyadamuun bitachuu fi gurguruu, akkasumas maallaqaa fi daataa dabarsuudhaan daldala kana raawwachuu agarsiisa. Daldalli elektirooniksii yeroo baayyee gurgurtaa oomishaalee qaamaan mul’atan toora interneetii irratti raawwatamu agarsiisuuf kan gargaaru yoo ta’u, garuu gosa daldalaa kamiyyuu karaa interneetii haala mijeessu ibsuu …

Ecommerce jechuun maali? Read More »

Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa

APP KUN ADDUNYAA IRRATTI BEEKAMAADHA Appilikeeshiniin ios 15 kun nama halluu haaraa bilbila isaatti fiduu barbaadu hundaaf waan baay’ee fi amaloota hedduu qaba. Appilikeeshiniin kun application bilisaa dha; fayyadamtoonni maallaqa tokko malee bilisaan buufachuu fi itti fayyadamuuf mirga qabu. Sababa faayidaa bilisaa kanaan addunyaa guutuutti trendy kan ta’ee fi namoota hedduudhaan kan yaalamu yoo ta’u, …

Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa Read More »

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda

suaraa bareechu ykn edit gochuuf youtube dhaf thumbnail hojechuuf akkasumas brand adda addaaf dizayini qopheessuuf app barbachisaadha appin PhotiRoom jedhamu kun kanaaf bufadhati itti fayyadamaan jedha Automatically erase and cut background & create amazing professional images. PhotoRoom is the all-in-one app that edits, designs and optimizes great visual content that helps you run your business …

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda Read More »

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN

Softweerota jaallatamoo fi olaanaa ta’an kanneen waajjiraalee gurguddaa fi dhaabbata daldalaa barbaachisoo ta’an kan muraasaa haa ilaallu. Soofitweerota baayee jaallatamoo ta’an keessaa: Mosaajiin kun hojjetoota waajjiraatiif yeroo hoogganuuf (time management), akkasuma gabaasaa kan too’atu hojjetootni waajjira kamiillee kan jaallachuu danda’aniidha. Tsheet baayee kan barbaachiseef waajjirri tokko hojjetoota hedduu qaba yoo ta’e sa’atii isaan ba’anii galaniif …

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN Read More »

WAA’EE SAAMSANGII GALAXY S10 FI S10 

Mobaayiliin Sumsung S10 kun keessoo isaatti maalfaa of keessatti qabatee jira kan jedhu ilaalla. Akkuma beekamu yeroo ammaa bilbilli sumsung S10 kun sadarkaa kompiyutera keenya faayidaa isaatiin dachaa caalu irra geenyee jirra. Keessumattuu RAM fi Storage irratti hundaa’uudhaan gara komputera caaluutti dhufaa jira. Mobaayilootni Sumsung S10 kun komputera 5th Generation waliin processor walitti dhiyaatu qabatanii …

WAA’EE SAAMSANGII GALAXY S10 FI S10  Read More »

Afaan Oromoo hiikkaa google (google translate) keessa galee jira

Afaan keenya, Afaan Oromoo tarree afaanota addunyaa gale yoo jedhamu amanuufis ta’ee dhagahuuf nama rakkisuu danda’a. Afaan saba guddaa kun waggaa dheeraaf itti ifaajamaa kan ture galanni rabbiin haa ga’u amma kunoo bu’aan guddaan gatii ilmaan oromoo (keessattuu ogeeyyii ICT) tiin argamee jira. Dur afaan keenya, Afaan Oromoo raadiyoo cabsa jedhamaa kan ture amma kunoo …

Afaan Oromoo hiikkaa google (google translate) keessa galee jira Read More »

Akkaata YouTube irraa maallaqa itti argannu

Jaarraa kana keessa hojiin humnaa waan badaaru fakkaata, kunoo dhaloonni har’aa manuma ofii ciisee online gubbatti hojii hojjatee of jiraachisuu bira darbee maatii fi firoota yeroo gargaaran argina.Kanuma irraa ka’uun nutis gaaffii keessan yeroo dheeraa kan ta’e kunoo akkaataa youTube irraa maallaqa argachuun danda’amu isin biraan gahuuf jenna. 1. Maallaqni YouTube irraa namaaf kaffalamu kan …

Akkaata YouTube irraa maallaqa itti argannu Read More »

Harkaa fi Harma Muraa Aanolee

Oromoon gootummaa dhiheenya kana osoo hin taane kan dur irraa goonfateedha. Ragaan kanaa immoo wareegamni inni naannoo isaa (Oromiyaa) irraa fi biyya isaa (Etophiyaa) irraa diina qolachuuf kaffale ragaa nama Oromoo dhiisii namni ormaatuu hin haalleedha.Oromoon yeroo baay’ee diddaa gabrummaa irraa kan ka’e mootummaa habashaatiin kokkee wal qabaa tureera. Fakkeenyaaf, lolli gaafa Aanolee Lola Mootummaa …

Harkaa fi Harma Muraa Aanolee Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!