1.Moggaasa Uumee Waaqaa shanan
Uumama shanan
Sadiin Gubbaa: Aduu, Ji’a, Urjii
Lamaan jalaa: Bishaan Biyyee
Qaama namaa shanan
- Luboo hanaga mataa
- Luka lamaan
- Harka lamaan
Qubbiin namaa shan
- Abbuudduu
- Arraabdicha
- Mootii
- Quba qubee
- Moggee
Qaama mukaa shanan
- Hidda
- Jirma
- Damee
- Baala
- Daraaraa
Qaama miiraa shanan
- Ija
- Funyaan
- Gurra
- Arraba
- Gogaa
2.Moggaasa Aadaa Shanan
- Gadaan shan
- Bokkuun shan
- Hookkan shan
- Odaan shan
2.1.Gadaa Shanan Oromoo(kan booranaa torba)
Maqa baafni Booranaa torba, kan hafan shan shaniin moggaafaman.
Fakkeenya:
Arsii
- Birmajii — birmaduu namaatiif
- Bultuma — bultii namaatiif
- Bahara — bara nagaa godhuuf
- Roobalee — roobaa nagaaf
- Horata — hormaata sa’aa namaatiif
Tuulamaafi Macca
- Birmajii (Kiilolee)
- Meelbaa (Harmuufa)
- Biifolee (Mul’ata)
- Roobalee (Muufama)
- Michillee (Duuloo)
Karrayyuu
- Roobalee (Moggisa)
- Birmajii (Sabbaqa)
- Daraaraa (Halchiisa)
- Ilmaammara (Michillee)
- Maqusa (Meelbaa)
Boorana
- Fullaasa
- Mardiida
- Daraaraa
- Libaasa
- Sabbaaqa
- Moggisa
- Maakkula
Gujii
- Muudana
- Roobalee
- Halchiisa
- Dhalana
- Harmuufa
Ituu (Aftan Qal’oo, Anniyyaa, Hubaanaa)
- Daraaraa
- Horata
- Sabbaaqa
- Badhaadha
- Fadata
Moggaasa wal fakkaatu kan qaban
Roobalee: Arsii, Karrayyuu, Tuulama, Gujii
Birmajii: Arsii, Tuulama, Karrayyuu
Sabbaaqa: Boorana, Ituu, Karrayyuu
Daraaraa: Boorana, Ituu, Karrayyuu
Michillee: Karrayyuu, Macca, Tuulama
Horata: Arsii, Ituu
Moggisa: Karrayyuu Boorana
Badhaadha: Karrayyuu, Ituu
Fadata: Karrayyuu, Ituu
Halchiisa: Karrayyuu, Gujii
Muudana: Tuulama, Gujii
Melba: Karrayyuu, Tuulama
2.2.Bokkuu Shanan
- Bokkuu Kallachaa
- Bokkuu Dikaa
- Bokkuu Bifaa
- Bokkuu Roobaa
- Bokkuu Horaa
2.3.Hookkaa Shanan
- Hokkaa kallachaa
- Hokkaa Dikaa
- Hookkaa Bifaa
- Hookkaa Roobaa
- Hookkaa Horaa
Awaa Shanan
- Sa’immannaa
- Adamoonyee
- Allujaana
- Amiinyaa
- Madarshoo
Odaa Shanan
- Odaa Roobaa — Baalee
- Odaa Bultum — Harargee Dhihaa
- Odaa Nabee — Shawaa Bahaa
- Odaa Bisil — Shaafi Wallagga
- Odaa Bulluq — Wallagga (Horroo Guduruu)
Shanoo Shanan Falaa/Cidhaa
- Awaa keessaa tokko
- Jaala keessaa tokko
- Hangafa keessaa tokko
- Maandhaa keessaa tokko
- Miseensa keessaa tokko