Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa

APP KUN ADDUNYAA IRRATTI BEEKAMAADHA Appilikeeshiniin ios 15 kun nama halluu haaraa bilbila isaatti fiduu barbaadu hundaaf waan baay’ee fi amaloota hedduu qaba. Appilikeeshiniin kun application bilisaa dha; fayyadamtoonni maallaqa tokko malee bilisaan buufachuu fi itti fayyadamuuf mirga qabu. Sababa faayidaa bilisaa kanaan addunyaa guutuutti trendy kan ta’ee fi namoota hedduudhaan kan yaalamu yoo ta’u, …

Bilbila keessan irratti App iphone launcher 15 ios fayyadamuuf kunoo bufadhaa Read More »

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda

suaraa bareechu ykn edit gochuuf youtube dhaf thumbnail hojechuuf akkasumas brand adda addaaf dizayini qopheessuuf app barbachisaadha appin PhotiRoom jedhamu kun kanaaf bufadhati itti fayyadamaan jedha Automatically erase and cut background & create amazing professional images. PhotoRoom is the all-in-one app that edits, designs and optimizes great visual content that helps you run your business …

suuraa keessan haala ajaa’ibsiisaan edit gochuuf app bareeda Read More »

Bilbila nama fageenya irratti link erguun karaa hordofuu dandeessu

Appiin kun mobaayila barbaadan kamiyyuu fageenyaan hordofuu isin dandeessisa link qofa erguun silkii hedduu al takkatti to’achuuf isiin gargaraa yeroo kamittuu qaxxitaa live waan namni isin hordofuu feetan suun dalagu ilaalu ni dandeessu. APPin free dha akka appiwwaan kan biro qarshii isin hin gafatu playstore irrati argama namoota miliyoona 1 oltu itti fayyadamaa jira. maqaan …

Bilbila nama fageenya irratti link erguun karaa hordofuu dandeessu Read More »

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa

Heteelli kun biyya Ameerikaa keessatti kan argamu gara Hoteela kanaa namni deemu kamiyyuu yeroo bakka argama isaa ga’u iji isaa nii hidhama. Erga hidhamanii booda kutaa dukkanaa geessanii akka waan barbadaan fayyadaman dirqisiifamu. Hojjetoota hoteelicha keessaa hojjetaniif akka keessummeessaniif jecha ifti xiqqoon tokko isaaniif nii kennama. Bilbila qabdu bantee fayyadamuun dhorkaadha akkasuma nyaata fedhakeetii kan …

Hoteela Dukkanaa fi sodachisoo addunyaa kanarraa Read More »

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan

YouTube banachuudhaaf waantotni nu barbaachisan ijoo ta’an inni guddaan E-mail dha. Namootni hedduun Bilbila gaarii of harkaa qabu garuu email waan hin qabneef bilbila isaanii irratti kaneen akka Email, Google Play, Youtube Subscribe gochuudhaaf hin beeknu hin fayyadamnu. Waanti guddan nuti beekuu qabnu garuu E-mail dha.  Google Account jechuun email jechuudha kana beekuu qabna. Osoo …

YouTube banachuuf wantoota nuu barbaachisaan Read More »

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN

Softweerota jaallatamoo fi olaanaa ta’an kanneen waajjiraalee gurguddaa fi dhaabbata daldalaa barbaachisoo ta’an kan muraasaa haa ilaallu. Soofitweerota baayee jaallatamoo ta’an keessaa: Mosaajiin kun hojjetoota waajjiraatiif yeroo hoogganuuf (time management), akkasuma gabaasaa kan too’atu hojjetootni waajjira kamiillee kan jaallachuu danda’aniidha. Tsheet baayee kan barbaachiseef waajjirri tokko hojjetoota hedduu qaba yoo ta’e sa’atii isaan ba’anii galaniif …

MOSAAJII (SOFTWARE) DHAABBANNI TOKKO QABAACHUU QABU GURGUDDOOWWAN Read More »

WAA’EE SAAMSANGII GALAXY S10 FI S10 

Mobaayiliin Sumsung S10 kun keessoo isaatti maalfaa of keessatti qabatee jira kan jedhu ilaalla. Akkuma beekamu yeroo ammaa bilbilli sumsung S10 kun sadarkaa kompiyutera keenya faayidaa isaatiin dachaa caalu irra geenyee jirra. Keessumattuu RAM fi Storage irratti hundaa’uudhaan gara komputera caaluutti dhufaa jira. Mobaayilootni Sumsung S10 kun komputera 5th Generation waliin processor walitti dhiyaatu qabatanii …

WAA’EE SAAMSANGII GALAXY S10 FI S10  Read More »

Afaan Oromoo hiikkaa google (google translate) keessa galee jira

Afaan keenya, Afaan Oromoo tarree afaanota addunyaa gale yoo jedhamu amanuufis ta’ee dhagahuuf nama rakkisuu danda’a. Afaan saba guddaa kun waggaa dheeraaf itti ifaajamaa kan ture galanni rabbiin haa ga’u amma kunoo bu’aan guddaan gatii ilmaan oromoo (keessattuu ogeeyyii ICT) tiin argamee jira. Dur afaan keenya, Afaan Oromoo raadiyoo cabsa jedhamaa kan ture amma kunoo …

Afaan Oromoo hiikkaa google (google translate) keessa galee jira Read More »

Akkaata YouTube irraa maallaqa itti argannu

Jaarraa kana keessa hojiin humnaa waan badaaru fakkaata, kunoo dhaloonni har’aa manuma ofii ciisee online gubbatti hojii hojjatee of jiraachisuu bira darbee maatii fi firoota yeroo gargaaran argina.Kanuma irraa ka’uun nutis gaaffii keessan yeroo dheeraa kan ta’e kunoo akkaataa youTube irraa maallaqa argachuun danda’amu isin biraan gahuuf jenna. 1. Maallaqni YouTube irraa namaaf kaffalamu kan …

Akkaata YouTube irraa maallaqa itti argannu Read More »

error: Alert: Kooppii Gochuun Dhorkadha!!