Siinqee – Dubartootaaf
Oromoon meeshaa aadaa kumaatama qaba; ni ergisa malee hin ergifatu. Meeshaan aadaa Oromoo eenyummaa saba Oromoo ni calaqqisiisa; ni ibsa. Meeshaan aadaa Oromoo saba Oromoo bira darbee orma bareecha. Oromoos ta’ee sabni biroo waa’ee Oromoo kan beeku Siinqee hin wallaalu. Hundaafuu, har’a meeshaa aadaa Oromoo keessaa Siinqee qabannee dhufne.Siinqeen ulee qal’oo, dheertuufi sorooroo uka hinqabne …





