Hiikkaa Google Afaan Oromoo
Afaan Oromoo Hiikkaa Google (Google Translate) keesa hin jiru ture. Galanni rabbiif hayyoota Oromoo (keessattuu Abdisa Becha Jarra) tiif haa ta’u malee amma tarree afaanota addunyaa galuuf qarree gahee jira. “Wal taanee jennaan waan barbaanne ijaaruus ta’ee diiguun saba keenyaaf salphaadha”. Ergaa Ogeessa ICT Abdisa Bencha Jarra. Akkana jechuun isaa immoo wal taanee Hiikkaa jechootaas …